top of page
< Back

 1. Ibsa Unkaa Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa [ General Organization O.L.A.] ifatti /Officially

 1. Ibsa Unkaa Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa [ General Organization O.L.A.] ifatti /Officially

1.   MAQAA GUUTUU  

Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa/General Organization of the Oromo Liberation Army -ifatti /Officially.

2. Itti Waamama JWBO Waliigalaa

.Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo Waliigalaatiif

   3. Maqaa Hoogganaa Waliigalaa

Abbaa Raayyaa Uummataa

4. Maqa Ibsii Hojii Hoogganaa Waliigalaa

Barreessaa Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa

5. Maqaa To’ataa Hojimaata Waliigalaa

Haroo Lakkuu Ifaa

6. Bara Hundeeffamaa

Amajji 1,2023

7 . Bara Ifatti Hojii Eegale

Fulbaana 2023

8, Teessoo Waliigalaa

.Afrikaa Bahaa RFDE Itti Bulchinsa Naannoo Oromiyaa, Konyaa Giddu Galaa

                 Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa(EBO-JWBOW)
                                  General Organazation of the  Oromoo Liberation Army  (GOOLA)
bottom of page