top of page
Search

Injifannoo WBO Guyyaa har'aa Amajjii 4,2025

  • JWBOW
  • Jan 4
  • 1 min read

Injifannoo WBO Guyyaa har'aa Amajjii 4,2025 Ajajaa Kutaa Waraanaa Dhiha Oromiyaa har'a tarkaanfii laalessaa fudhachuu ibsee jira.


Birgeedii Urjii Lolaa fi Birgeediin Faana Eebbisaa Addunyaa waliin tahuudhaan Koonyaa Wallagga Bahaa Ona Haroo Limmuu seenuun tarkaanfii qubsuma diinaa irratti fudhatee ba'anuu isaa qaruuxeen WBO lolicha keessaa qooda fudhate nu dhaqqabsiisee jira.


Haaluma wal fakkaatuun guyyaa har'aa Amajjii 4,2025 WBO'n Birgeedii Faana Eebbisaa Addunyaa Koonyaa Baha Wallaggaa Ona Kiiramuu Ganda Siree Dooroo keessatti waraana murna bicuu bilxiginnaa du'aa fi madoon adabee ba'eera.

Guutuu gabaasaa kanaa qabannee walitti deebina.

Injifannoon Uummata Oromoof!



 
 
 

Comments


                 Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa(EBO-JWBOW)
                                  General Organazation of the  Oromoo Liberation Army  (GOOLA)
bottom of page