top of page

Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa Idilee Ifatti Injifannoo Waraana Bilisummaa Oromoo

JWBOW

Amajjii 19, 2025 Kutaa waraanaa Kibba Oromiyaa jalatti Ajajaa WBO Zoonii  Gujii Lixaa Onaa Bulee Horaa mooraa waraana  Araddaa Hadaa Looggaa keessatti  argamu ganama barii itti seenuun tarkaanfii laleessaa fudhachuu beeksise.Kutaa waraanaa Gidduu galeessa Oromiyaa jalatti  Ajaja WBO idilee Shawaa Kaabaa, Ajaja WBO idilee Shawaa bahaa onaa Fantaalleettis lolli Guyyaa wal fakkaataatti itti fufee injifannoi addaa galmeessee jira. dabalataan guma kana jechuun Amajjii 19,2025 Jaarmiyaa WBO Waliigalaa Idilee Ifattii Kutaa waraanaa Kibba Oromiyaa jalatti Ajajaa WBO Zoonii Gujii Lixaa Mooraa dinaa Ona Galaanaa keessatti argamuu haleelluun 21 du'aan kaan madoon adabee kaampii diinaa dhuunfachuu beeksisuun keenya ni yaadatama. Bifuma wal fakkaatuun. Amajjii 19, 2025 Jarmiyaa Waraanaa Bilisummaa Oromoo waliigalaa idilee Ifaatti

Kutaa waraanaa Kibba Oromiyaa jalatti Ajajaa WBO Zoonii Gujii Lixaa Onaa Bulee Horaa mooraa waraana bilxginnaa  Araddaa Hadaa Looggaa keessatti  argamu irratti haleellaa rawwateen hedduu du'aaf madoon yoo adabu 3 boji'uun meshaa Bireena 1 fi

Kilaashii AKM 10 hidhannoo guutuu waliin moona qabsoo bilisummaa Oromoof oolcheera. Itti fufuudhaan Amajjii 20, 2025 Shawaa Bahaa Ona Fantaallee, Boosat keessatti Humni bilixiginnaa baaragdee meeshaa gurguddaa dhukaasuun ummata shororkeessaa akka turte barameera. Konyaa Gujii lixaa ona Galaanaatti duula cichoomina kaayyoo WBOn geggeessaa jiruun tarkaanfii diina irratti fudhachuu itti fufuun milkii argamsiisaa jiraachuu ibseera. Jarmiyaa Waraanaa Bilisummaa Oromoo idilee ifattii

Kutaa waraanaa Gidduu galeessa Oromiyaa jalatti Ajajaa WBO Zoonii Shawaa Lixaa  Ona Jalduu, Araddaa Osolee fi Waraabootti Humna bilxiginnaa booji'amaniif qabiinsa WBO madaaluun eegumsa taasiaa akka jirus beeksieera. Konyaa Shawaa Lixaa Ona Mettaa Roobi fi shinoo keessattis lolli duula cichoomina kaayyoo itti fufee jiraachuu ibsuun ni yaadatama. Amajjii 20,2025 Kutaa waraanaa Gidduu galeessa Oromiyaa jalatti Ajajaa WBO shawaa kaabaatti Onaa Sulultaa Araddaa Bachoo Habilaatti WBOn Humnaa bilxiginnaa sakattaaf bobbaate irrattii tarkaanfii laalessaa fudhachuun Humna bilxiginnaa 3 du'aan 4 madoon adabuun. Gama meeshaatiin Kilaashii AKM 2 fi Isnaayipera 1 Hidhannoo gutuu walin irraa hiikee Moona qabsoof oolcheera Amajjii 21,2025 Jaarmiyaa Waraanaa Bilisummaa Oromoo waliigalaa idilee ifattii jalatti

Kutaa waraanaa dhiha Oromiyaa jalatti

Ajajaa WBO zooni lixaa Ona Beegii

keessatti Tarkaanfii laalessaa Humna bilxiginnaa irratti fudhateen Hedhuu du'aaf madoon yoo adabuu gama meshaatiin Diishqaa 1, Bireenii 3 fi kilaashii AKM hedduu  hidhannoo guutuu waliin irraa hiikachuu beeksiseera.

 

Injifannoon Uummata Oromoof!


125 views0 comments

コメント


                 Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa(EBO-JWBOW)
                                  General Organazation of the  Oromoo Liberation Army  (GOOLA)
bottom of page